Oromo Diaspora Media
Minnesota Brooklyn Park Marii Dhimma Vaayiraasiii Koronaa(COVID-19)irratti ogeessa Fayyaa waliin taasifne Dhimma Vaayiraasiii Koronaa(COVID-19)irratti marii ogeessa Fayyaa waliin taasifne Fuula
Yaadannoo fi Sirni gaggeessaa Weellistuu fi Qabsooftuu Ilfinash Qannoo Minisootaatti ilmaan Oromoo Diyaaspooraatiin taasifame.
Biyya Ameerikaa Kutaa Bulchiinsa Minisootaatti Magaalaan Minneapolis tajaajila Kaameeraa Sochii Konkolaataa suuraa kaasuutti dhimma bahuf akka jirtu ibsi miidiyaaleef kenname.Faayidaa
Wal Dorgommii OSFNA 2026 waggaa 3Offaa irratti Yaadannoon Obbo Maammaa Argoof taasifame!Guutuu qabiyyee kana fi seenaa Maammaa Argoo YouTube Oromo
