You can help advance equity among Oromos living in Diaspora. Click HERE to donate.

Injifannoo Atleet Siifan Hassan

 

Ilmaan Oromoo USA Portland Atleet Siifan Hassan 5000Minjifachuu ishee bu’uura godhachuudhaan gammachuu isaanii dirree dorgommiitti argamuudhaan ibsatan.

Dhimma  kanarratti af-gaaffii Addisuu mulugeeta fi bilisummaa mi’eessoo Amboo waliin taasifnee jirra. Marsariitii armaan gadii irratti argachuu dandeessu.


Suuraan fuula Facebook Bilisummaa mi’eessoo irraa kan fudhatamedha.

 

Share this on: