Tajaajila Inshuraansii Fayyaa namoota Waraqaa jireenya hin qabne ‘Undocumented’ tahaniiif DHS dhiyaate!
Biyya Ameerikaa Kutaa Bulchiinsa Minisootaa keessatti namoonni Inshuraansii fayyaa hin qabne akka argattaniif waamichi DHS dhiyaate.Inshuraansii kana argachuuf ulaagaan sadii akka jirus ibsame jira. Waamicha DHS kana keessatti dubbii gaariin garuu namoonni waraqaa jireenya hin qabnes ”Undocumented immigrants/Refugees” carraa inshuraansii fayyaa argachuu akka danda’an ibsame jira.Tajaajila argachuuf garuu galmee iyyaannoo gochuun ”Application” baayyee murteessadha!Dhimma mat-duree kana walliin hariiroo qabu ‘Health Disparities’ irratti af-gaaffii gabaabduu taasifne jirra.Hennepin County dabalatee bulchiinsa naannoo keessan dubbisudhaan tajaajila kana argachuu dandeessu! Facebook irratti https://www.facebook.com/share/v/19Zzve3Esm/