Tax Return- Minnesota Refunds
Kirediitii Ashuuraa fi Qarshii deebi’u(Refunds)kan Minisootaa argachuuf odeeffannoo guutuu viidiyoo armaan gadii kana keessatti argattu!Dhimma kanarratti odeeffannoos tahe deeggarsa addaa yoo barbaaddan Minnesota Department Revenue www.revenue.state.mn.us dabalatee Dhaabbata African Economic Development Solutions(AEDS)dubbisuu dandeessu! 651-646-9411 www.aeds-mn.org
