Oromo Diaspora Media
Minnesota Brooklyn Park Marii Dhimma Vaayiraasiii Koronaa(COVID-19)irratti ogeessa Fayyaa waliin taasifne Dhimma Vaayiraasiii Koronaa(COVID-19)irratti marii ogeessa Fayyaa waliin taasifne Fuula
ODUU ODM-Oromo Diaspora Media(ODM)
ODUU ODM-Oromo Diaspora Media(ODM)
Wal Dorgommii OSFNA 2026 waggaa 3Offaa irratti Yaadannoon Obbo Maammaa Argoof taasifame!Guutuu qabiyyee kana fi seenaa Maammaa Argoo YouTube Oromo
Af-gaaffii Luba Fiqiruu Itichaa, ogeessa Fayyaa waliin dhimmoota Afaan, Aadaa, Fayyaa Sammuu fi Al-Madaalli Fayyaa fi kanneen biroo irratti taasifnedha.
Kaayyoo fi abjuu Urgee dhugoomsuuf Ebla 12tti waltajjii irratti fi deeggarsa karaa marsariitii irratti hirmaadhaa jechuun Asaffaa Malkaa Waaqjiraa waamicha
Biyya Ameerikaa Kutaa Bulchiinsa Minisootaatti Magaalaan Minneapolis tajaajila Kaameeraa Sochii Konkolaataa suuraa kaasuutti dhimma bahuf akka jirtu ibsi miidiyaaleef kenname.Faayidaa
Wal Dorgommii OSFNA 2026 waggaa 3Offaa irratti Yaadannoon Obbo Maammaa Argoof taasifame!Guutuu qabiyyee kana fi seenaa Maammaa Argoo YouTube Oromo
Maancheestar Yuunaaytid Koontiraata Oodiyoon Iigaaloon Dheeresse Kilabichi koontiraata jifataa lammii Naayjeeriyaa Oodiyoon Iigaaloon baatiiwwan dabalataatif dheeressuu beeksiseera. Kilabichi koontiraata taphatichaa



