Hiriira Oromoo MN

GUYYAA 3FFAA Hiriira mormii ilmaan Oromoo Oromiyaa xiqqoo Minisootaa dhimma ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaa irratti xiyyeeffatame. Hiriira mormii Oromiyaa Xiqqoo MN keessatti guyyaa 3ffaaf gaggeeffamatti jirudhaan ilmaan Oromoo karaa guddichi ”Highway I-94” cufudhaan Miidiyaalee Ameerikaa fi qondaaltoota biyyitti ajaab jechisiisatti oolaniiru. MN nu boonsitan jirtu. Warreen Oromiyaas tahe iddoo biroo jabaadhaa Oromiyaan ni bilisoomti

 

 

Share this on: