ODM Documentary About Hacaaluu

ODM Documentary about Haacaaluu maatiin Haacaaluus tahe hiriyyoonni isaa maal jedhu? TV’n Wayyaanee seenaa gootichaa waan muraasa mat-duree”አርቲስት ሀጫሉ ሁንዴሳ ( 1976 – 2012) አለን. . .አለ ((Jirra …Jira))” jedhuun dhiyaate. Dhiignikee Haacaaluu,…Qophii keenya gama Raadiyooodhaan hordofuu warreen barbaaddan immoo lakkoofsa +1518-906-1784 bilisaan bilbiludhaan nu hordofuu dandeessu. Warreen iddoo biroo immoo gama YouTube,Website, Facebook fi marsaalee hawaasummaa biroon nu hordofuu dandeessu.

Share this on: