Qophii Addaa SHAGGAR VOICE

Qophii haaraa mata-dureen isaa ”SHAGAR VOICE” jedhu torbanitti guyyaa tokko isiniif dhiyaaturratti xiyyeeffanna. Qophii keenya gama Raadiyooodhaan hordofuu warreen barbaaddan immoo lakkoofsa +1518-906-1784 bilisaan bilbiludhaan nu hordofuu dandeessu. Warreen iddoo biroo immoo gama YouTube, Website, Facebook fi marsaalee hawaasummaa biroon nu hordofuu dandeessu.

 

Share this on: