Af-gaaffii gabaabduu Gammachuu Abrahaam(Executive Producer of Abbaa Malkaa Movie)—ODM irratti Itichaa Guddataa waliin
Af-gaaffii gabaabduu Gammachuu Abrahaam(Executive Producer of Abbaa Malkaa Movie)waliin ODM irratti turtii taasifnedha!Gammachuun hordoftoota Oromo Diaspora Media(ODM) kanneen Magaalaa Lakkuu fi naannoosheef waamicha taasisee jira.Fiilmiin Abbaa Malkaa Dilbata har’aa (December 21, 2025) Magaalaa Lakkuu Minisootaatti Waaree booddee 4:00pm Fridley Highschool ni agarsiifama. https://www.youtube.com/watch?v=mIWP3ATqnYE
Kana malees yeroo dhiyootti Washington DC, Portland fi iddoo ilmaan Oromoo baayyeen jiranitti daawwachisuuf haal-duree mijeessatti jirra jedhe.Maarreen akka waamicha Gammeetti turtii muraasa booddee wal agarra![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
![]()
!Iddoon Fiilmiin kun itti agarsiifamu!![]()
![]()
![]()
![]()
6000 W MOORE LAKE DR NE, FRIDLEY, MN 55432
