Ayyaana Iida Sababeeffachuun Marii Hayyoota Amantaa Waliin

ODM Ayyaana Iidaa sababa godhachudhaan hayyoota Amantaa waliin. Qophii keenya gama Raadiyooodhaan hordofuu warreen barbaaddan immoo lakkoofsa +1518-906-1784 bilisaan bilbiludhaan nu hordofuu dandeessu. Warreen iddoo biroo immoo gama YouTube,Website, Facebook fi marsaalee hawaasummaa biroon nu hordofuu dandeessu.

Share this on: