Salaaletti manneen barnootaa hedduun gubatanii barattoonni kuma 67 ol barnootaa dhaaban
Manneen barnootaa dhibbootaan lakkaa’aman Salaaletti mancaafamuu waajjirri barnootaa godinichaa hime Godina Shawaa Kaabaa Salaaleetti manneen barnootaa 230 ta’an ibiddaan gubatanii
Read more