Ethiopia Travel restrictions—-Ethiopia, Australia, UK
Awustoraaliyaa fi Ukn Itiyoophiyaatti Lammileen isanii Gara waraanni jirutti Akka hin imalleef akeekkachiisan.
Read MoreOromo Diaspora Media
News
Awustoraaliyaa fi Ukn Itiyoophiyaatti Lammileen isanii Gara waraanni jirutti Akka hin imalleef akeekkachiisan.
Read MoreTibba kana dargaggeessi Oromoo dubbii marsaalee hawaasummaa tahe.Hayyuun kun Dr. Ginenus Fekadu jedhama!Dargaggeessi kun qormaata jiruu fi jireenya baayyee keessa
Read MoreKoreen Gamtaa Barattoota Oromoo(OSU)sagantaa addaa Guraandhala 13, 2026 sa’aatii 4:00 PM irratti qopheessatti jiru. Waamicha ilmaan Oromo Diaspora magaalaa Lakkuu
Read MoreICE agents killed a resident in Minneapolis. Read more below!
Read MoreHaala yeroo amma Ameerikaa keessa jirurratti yaaddoos tahe gaaffii addaa qabdu laataa?!Ogeessi Seeraa Obbo Israa’el Goobanaa(Gobena and Associates)waan jedhe qaba
Read MoreObbo Taayyee Danda’aa hidhaa waggaa meeqaan adabaman?Dhimma kanarratti odeeffannoo BBC Afaan Oromoo irraa arganne Oromo Diaspora Media isiniif qoodne jirra.
Read MoreBiyya Ameerikaa Kutaa Bulchiinsa Minisootaatti Magaalaan Minneapolis tajaajila Kaameeraa Sochii Konkolaataa suuraa kaasuutti dhimma bahuf akka jirtu ibsi miidiyaaleef kenname.Faayidaa
Read MoreIrreechi birraa biyya keessaaf biyyoota alaatti kabajamuu eegalee jira. Uummatni Oromoo biyya alaaf keessatti ayyaana irreechaa kabajuu eegaluu gabaasaan argaman
Read MoreKibba Oromiyaa Booranatti milishaan qarshii 50’f Konkolaachiftoota Mootoraa irratti dhukaasa banuun lubbuu galaafatan. Oromiyaa keessatti Milishoonni akka feetee taa’aa jiru
Read MoreMagaalaa Naqamtee mana hidhaa ganda 07 keessatti dargaggoltaaf abbootiin warraa dhibbaan lakkaa’aman dararamaa jiru. Magaala Naqamtee ganda 07 keessatti namooti
Read More