Lola Oromiyaa keessaa mariin furaa jechuun Ingiliziin dhaamsa dabarfatte
Ingiliziin lolli Oromiyaa keessatti adeemaa jiru xumura dhabuun akka ishee yaaddessu ibsite Oromiyaa dirree waraanaa taasisuun waggoottan 6 oliif jeeqama
Read moreIngiliziin lolli Oromiyaa keessatti adeemaa jiru xumura dhabuun akka ishee yaaddessu ibsite Oromiyaa dirree waraanaa taasisuun waggoottan 6 oliif jeeqama
Read moreDaangaa Itoophiyaa fi Keeniyaa muddamsa irra wayiita jirutti ajjeechaa namoota tibbanaa mootummaan raawwachuu WBO’n hubachiiseera Daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaa irratti
Read moreObbo Geetaachoo Raddaa beekamtii isaaniin ala Tigraay keessatti caasaan mootummaa walga’ii akka hin gaggeessine xalayaan akeekkachiise Naannoo Tigraay keessatti dhibdeen
Read moreHarargee Bahaa aanaa Baddannootti manneen uummataa waraanaan diigamuu himame Lola Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiruun dararaan uummatarra gahu hammaachuun namoota meesha
Read moreGidiraan Oromoo irra gahu yoom haa dhabbatu? Biyya lafaa irratti rakkinaaf gidiraa keessummeessuun haaraa ta’uu baatus akkaataan furmaata rakkina sanaaf
Read moreDhaabbata mootummoota gamtoomaniitti Jaarmiyaan Buqqaatotaa addunyaarraa bakki baqataan itti baayyatu baha Afrikaa ta’uu ibse. Dhimma baqattootaa irratti Keeniyaatti ibsa kan
Read moreMasqalli Oromoo Oromiyaa bakkeewwan hedduutti kabajame ODM: Hagayya 19,2024 Baatii Hagayya kana keessa kan kabajamu Masqalli Oromoo guyyaa kaleessaa ayyaaneffatame.
Read moreShawaa Bahaa aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Konbolchaatti waraanni mootummaa dargaggoota lama mana hidhaarraa baasuun ajjeesan Maatii miseensota WBO jedhamuun akkasuma
Read moreMariin Ankaaraatti gaggeeffamaa ture gufachuu isaaf Somaaliyaan mootummaa Itoophiyaa himatte. Tibbana jaarsummaa Turkiin alkallattiin marii Somaaliyaa fi Itoophiyaa gidduutti gaggeeffamaa
Read more