Oduu
Siyaasa biyyoota ollaa Itoophiyaa fi imala Peresedaantii Somaaliyaa gara Eertiraa taasise
Peresedaantiin Somaaliyaa daawwannaaf gara magaalaa Asmaraa deemuu miidiyaaleen gabaasaa jira. Jaalalli gaggabsaan jibba gaggabsaa fida akkuma Oromoon jedhu, bulchiinsa Itoophiyaa
Read moreArsii Bahaa aanaa Sirkaatti manaaf midhaan uummataa gubate
Arsii Bahaa aanaa Sirkaatti deggartoota WBO jedhamuun manaaf midhaan uummataa gubachuu dhagaa’ame. Oromiyaa keessatti qonnaan bulaan Oromoo gadadoo waraanaa keessummeessuun
Read moreBooranatti hoomaan Awwaannisaa mul’ate
Kibba Oromiyaa Booranatti hoomaan awwaannisaa mul’achuun yaaddoo uume. ODM: Adooleessa 8,2024 Hoomaan Awwaannisaa kibba Oromiyaa godina Booranaatti mul’achuun yaaddoo uumaa
Read moreSeenaa maatii mootii Leeqaa Naqamtee (Warra Waayyuu)
Siidaan mootii Leeqaa Naqamtee durii Kumsaa Morodaa magaalaa Naqamteetti eebbifamuu wal qabatee yaadonni mormiif deggarsaa dhagaa’aman Kumsaa Morodaaf siidaan magaalaa
Read moreItoophiyaa fi Somaaliyaan wal qoccoluu itti fufan
Itoophiyaan dhibdee jiru mariin furuuf fedhii hin qabdu jechuun Peresedaantiin Somaaliyaa himan. ODM: Adoolessa 8,2024 Gaanfa Afrikaatti biyyoota ollaa walii
Read moreWallagga Bahaa aanaa Limmuutti namni nagaan ajjeefamuu himame!
Wallagga Bahaa aanaa Limmuutti daldala Oromoo manaa baasanii ajjeesan Waraanni mootummaa halkan edaa Wallagga Bahaa aanaa Limmuu magaalaa Galiilaa keessatti
Read moreFonqolchi mootummaa akka irratti yaalamu garuu kan hin milkoofne ta’uu Abiyyi Ahemad ibse
Walga’ii mana maree bakka bu’oota uummataa irratti MM Abiy Ahemad fonqolchi narratti yaalamaa jira jechuun dubbate. Tibbana manni maree Bakka
Read more