News
News
Hanna namaa magaalaa Naqamteetti yaaddoo uume
Hanni namaa magaalotaaf baadiyyaa Oromiyaa keessatti yaaddoo olaanaa uume ODM: Fulbaana 2,2024 Magaalota Oromiyaa hedduu keessatti hanni waan haaraa miti.
Read moreDhaabbanni mootummoota gamtoomanii Hagayya 30 guyyaa namootni humnaan butaman yaadataman taasisuun
Guyyaa har’aa namootni humnaan as buuteen isaanii dhabamsiifame akka addunyaatti har’a yaadatamaa jiru Akka addunyaatti guyyaan har’aa namoota humnaan ukkaanfaman
Read moreGaanfa Afrikaa nagaa dhorkachuuf qaamni socho’u jira jechuun Itoophiyaan himatte
Gaanfa Afrikaa nagaa dhorkuuf qaamota hojjetaa jiran callisee hin ilaalu jechuun Itoophiyaan dhaadatte ODM: Hagayya 29,2024 Misiriin meeshaa waraana Somaaliyaaf
Read moreSalaaletti manneen barnootaa hedduun gubatanii barattoonni kuma 67 ol barnootaa dhaaban
Manneen barnootaa dhibbootaan lakkaa’aman Salaaletti mancaafamuu waajjirri barnootaa godinichaa hime Godina Shawaa Kaabaa Salaaleetti manneen barnootaa 230 ta’an ibiddaan gubatanii
Read moreMootummaan Itoophiyaa WBO’n Alshabaab waliin hidhata qaba jechuun maaliifi?
Mootummaan Itoophiyaa WBO fi Alshabaab walitti hidhuu bu’aa siyaasaa naannichatti olaantummaa kennisiisuuf argachuu barbaada. Gaanfa Afrikaatti shororkeessummaan beekamtii akka addunyaatti
Read more