News
News
Qarshiin Itoophiyaa dhibbantaa 20 gadi bu’uun qaala’insa jireenyaa hammeessa jedhame
Itoophiyaan qormaata qaala’iinsa jireenya isa hammaataatti adeemuun ammas daballiin sharaf alaa takkaatti dhibbaantaa 20 dabale. Durumaa biyya jeeqama dinagdee hamaa
Read moreSichi magaalaa Finfinneetti karaa irratti fincoofnaan 2000 nama adabsiisa
Magaalaa Finfinneetti Biqiltuu daandii cabsuuf fincaan karaa irratti fincaa’uu dabalatee seera ajaa’ibsiisoo tibbana bahan ODM: Adooleessa 25,2024 Mootummaan Itoophiyaa xiyyeeffannaa
Read moreHaleellaa Hizboollaa Sanbataa haaloo bahachuu Israa’el ibsite
Haaloo bahannaa Hezbollaan Israa’el haleelee hordofee humni qilleensa Israa’el Libaanos rukute. Lola yeroo dheeraa Hamaas fi Israa’el gidduu kan siyaasa
Read moreEertiraaf Itoophiyaan daandii xiyyaaraa wal dhorkataa jiran.
Eertiraan xiyyaara Itoophiyaa biyya ishee akka hin seenne gaafatte. ODM: Adooleessa 24,2024 Diraamaan gaanfa Afrikaatti waggoottan darban keessa araara Itoophiyaa
Read moreWaraanni Sudaan keessaa gara Itoophiyaatti babal’ata sodaa jedhu uume
Waraanni Sudaan keessatti gaggeeffamaa jiru gara daangaa isheetti babal’ataa jiraachuu Itoophiyaan ibsite. ODM: Adooleessa 24,2024 Sudaan keessatti wal waraansa waggoota
Read moreOromiyaa keessatti waraanni akka itti fufu haasaan obbo Shimallis akeeke
Oromiyaa keessatti waraanni akka itti fufu obbo Shimallis Abdiisaa himan. ODM: Adooleessa 22,2024 Peresedaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa naannicha
Read moreJoo Baayidaniin jaarsa gugguuftuu kana jechuun Tramp jechaan xuqe
Joo Baayidan Filannoo Ameerikaa keessaa bahuu erga beeksisanii booda Tramp Jaarsa Gugguufaa jechuun dubbiin haleele. ODM: Adooleessa 22,2024 Wal qoccollaan
Read more