Manneen uummata Salaalee keessatti waraana mootummaan gubachuu dhagaa’ame
Salaalee aanaa Hidhabuu Abooteetti manneen uummataa abiddaan gubachuu gabaafame. ODM: Adooleessa 18,2024 Humnoonni mootummaa manneen uummataa deggaraa waraana Bilisummaa Oromoo
Read More