Oromo & Oromia
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii Hagayya 30 guyyaa namootni humnaan butaman yaadataman taasisuun
Guyyaa har’aa namootni humnaan as buuteen isaanii dhabamsiifame akka addunyaatti har’a yaadatamaa jiru Akka addunyaatti guyyaan har’aa namoota humnaan ukkaanfaman
Read moreGaanfa Afrikaa nagaa dhorkachuuf qaamni socho’u jira jechuun Itoophiyaan himatte
Gaanfa Afrikaa nagaa dhorkuuf qaamota hojjetaa jiran callisee hin ilaalu jechuun Itoophiyaan dhaadatte ODM: Hagayya 29,2024 Misiriin meeshaa waraana Somaaliyaaf
Read moreSalaaletti manneen barnootaa hedduun gubatanii barattoonni kuma 67 ol barnootaa dhaaban
Manneen barnootaa dhibbootaan lakkaa’aman Salaaletti mancaafamuu waajjirri barnootaa godinichaa hime Godina Shawaa Kaabaa Salaaleetti manneen barnootaa 230 ta’an ibiddaan gubatanii
Read moreMootummaan Itoophiyaa WBO’n Alshabaab waliin hidhata qaba jechuun maaliifi?
Mootummaan Itoophiyaa WBO fi Alshabaab walitti hidhuu bu’aa siyaasaa naannichatti olaantummaa kennisiisuuf argachuu barbaada. Gaanfa Afrikaatti shororkeessummaan beekamtii akka addunyaatti
Read moreRakkoo daandii Oromiyaa keessaa
Oromiyaa keessatti mancaafamuu daandii irraa kan ka’e hawwaasni rakkina guddaaf saaxilamee jira Oromiyaa keessatti Konkolaataan nama baachuun hafee namatu konkolaataa
Read moreHawwaasni Oromoo Shawaa Kaabaa hedduun Waanjoon of camadee WBO fi mootummaan nagaa buusaa jechuu itti fufe.
Hidhamee nagaa argachuu kan dadhabe uummatni Oromoo hedduun waanjoof of camadee daandiitti bahuu aadeffataa jira Waraanni Oromiyaa keessatti adeemu qe’ee
Read moreLola Oromiyaa keessaa mariin furaa jechuun Ingiliziin dhaamsa dabarfatte
Ingiliziin lolli Oromiyaa keessatti adeemaa jiru xumura dhabuun akka ishee yaaddessu ibsite Oromiyaa dirree waraanaa taasisuun waggoottan 6 oliif jeeqama
Read more