“Diinni nu keessatti wal horteetti” jedhe Dr. Dabratsiyoon Gabramikaa’el
Hogganaa TPLF kan ta’e Dr. Dabratsiyoon Gabramikaa’el paartii isaanii keessa diinni harka seensifachuu hime. Dura taa’aan Adda Bilisaa Baasaa Ummata
Read MoreOromo Diaspora Media
Hogganaa TPLF kan ta’e Dr. Dabratsiyoon Gabramikaa’el paartii isaanii keessa diinni harka seensifachuu hime. Dura taa’aan Adda Bilisaa Baasaa Ummata
Read MoreTPLF walga’ii boordiin filannoo hin beekne waame jedhamuun qeeqamaa jira. Hogganoota naannoo Tigraay gidduu fedhiin aangoo sadarkaa wal bittimsuutti isaan
Read MoreSomaaliyaa fi Itoophiyaan Turkiitti marii alkallattiirra jiraachuu gabaafame ODM: Hagayya 13,2024 Biyya Turkii magaalaa Ankaaraatttti aanga’oonni mootummaa Itoophiyaa fi Somaaliyaa
Read MoreOromiyaa keessatti Faannoon namoota nagaa ajjeesuu hojii guyyuu taasifate Ilmaan Oromoo nagaan waan Oromoo ta’an qofaaf adamsamanii loltoota Faannoon ajjeefamaa
Read MoreHumnoonni Faannoo weerara naannoo Oromiyaa keessatti gaggeessan hammeessanii jiraachuu gabaasan bahe mul’ise. Faannoon sochii Oromiyaa keessatti taasisaa jiran kan lubbuu
Read MoreWaraana Bilisummaa Oromoo waliin marii itti fufiinsaa taasisaa jiraachuu Abiyyi Ahemad dubbate. Lola itti fufiinsaa Oromiyaa keessatti adeemaa jiru kan
Read MoreHaaloo bahannaa Hezbollaan Israa’el haleelee hordofee humni qilleensa Israa’el Libaanos rukute. Lola yeroo dheeraa Hamaas fi Israa’el gidduu kan siyaasa
Read MoreWaraanni Sudaan keessatti gaggeeffamaa jiru gara daangaa isheetti babal’ataa jiraachuu Itoophiyaan ibsite. ODM: Adooleessa 24,2024 Sudaan keessatti wal waraansa waggoota
Read MoreOromiyaa keessatti waraanni akka itti fufu obbo Shimallis Abdiisaa himan. ODM: Adooleessa 22,2024 Peresedaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa naannicha
Read MoreJoo Baayidan Filannoo Ameerikaa keessaa bahuu erga beeksisanii booda Tramp Jaarsa Gugguufaa jechuun dubbiin haleele. ODM: Adooleessa 22,2024 Wal qoccollaan
Read More