Dhaamsakoo

          

Abjuun Urgee – Dhaamsa Asaffaa Malkaa

Kaayyoo fi abjuu Urgee dhugoomsuuf Ebla 12tti waltajjii irratti fi deeggarsa karaa marsariitii irratti hirmaadhaa jechuun Asaffaa Malkaa Waaqjiraa waamicha

    

Injifannoo Atleet Siifan Hassan

  Ilmaan Oromoo USA Portland Atleet Siifan Hassan 5000Minjifachuu ishee bu’uura godhachuudhaan gammachuu isaanii dirree dorgommiitti argamuudhaan ibsatan. Dhimma  kanarratti

Ispoortii

     

OSFNA bara 2025 Washington Seatle simachuuf haal-duree jiru fixne jirra jette Margituu Argoo(Koree Qindeessituu OSFNA bara 2025)

 

Koontiraata Oodiyoon Iigaaloon Dheerate

Maancheestar Yuunaaytid Koontiraata Oodiyoon Iigaaloon Dheeresse Kilabichi koontiraata jifataa lammii Naayjeeriyaa Oodiyoon Iigaaloon baatiiwwan dabalataatif dheeressuu beeksiseera. Kilabichi koontiraata taphatichaa

 

Diroogbaan Hoospitaalasaa Arjoome

Diidiyar Diroogbaan Hoospitaalasaa Namoonni Vaayrasii Koroonaatin Qabaman Akka Itti Wallaannaman Taasise Taphataan kubbaa miillaa biyyoolessaa duraanii Ayvooriikoostii fi Cheelsii; Diidiyar

ODM Partners

Minnesota Department of Health

Oromo Community of MN (OCM)

Share this on: