Dr. Ginenus Fekadu—Dargaggeessa Hayyuu
Tibba kana dargaggeessi Oromoo dubbii marsaalee hawaasummaa tahe.Hayyuun kun Dr. Ginenus Fekadu jedhama!Dargaggeessi kun qormaata jiruu fi jireenya baayyee keessa darbe sadarkaa kana irraa gahe.Dargaggeessa kanarra namni kamiyyuu abjuu isaa dhugomsuuf kaayyoo fi karoora isaa yoo jabeessee lafa barbaade gahu akka danda’u kan namootatti agarsiisudha!Waggaa muraasa dura Arara Tv World Wide irratti seenaa isaa dubbachatti ture.
