Finfinnee keessatti filannoo 100% ni injifanna

Pireezidaantii Maammee Maammee Finfinnee keessatti filannoo harka 100% ni injifanna jedhan

Mootummaan Xoophiyaa sodaa pireezidaantii Maammee Maammee fi jaarmiyaalee siyaasaa Oromoo biroo irra kan kahe filannoo achi siqsiisuuf akka dirqame viidiyoon kun ragaadha.Baatii muraasa dura gaaffii fi deebii keenya irratti president Maammee Maammee Finfinnee keessatti filannoo harka 100% ni injifanna kutannoo fi ejjennoo jedhu akka qaban dubbatan ture.Guutummaa viidiyoo kana daawwadhaa.Gidduu kana Filannoo achi siqusarratti pireezidaantii Maammee keessummaa addaa taasisudhaan isiniif dhiyeessudhaaf karoorsen jira.Fuula Facebook keenyaf YouTube keenya hordofaa!

Share this on: