Hiriira mormii MNtti Hagayya 14, 2020

ODM Kutaa 1** ffaa hiriira mormii MNtti Jimaata fuldura keenya Hagayya 14,2020 gaggeeffamudhaaf jirurratti koree hiriiricha waliin.

Hiriira mormii kanarratti tatamsa’ina Vaayiraasii Koronaa (COVID-19) to’achudhaaf maaskii fayyadamu qabdu jechuudhaan Koreen kun dhaamaniiru.

Qophii keenya gama Raadiyooodhaan hordofuu warreen barbaaddan immoo lakkoofsa +1518-906-1784 bilisaan bilbiludhaan nu hordofuu dandeessu.Warreen iddoo biroo immoo gama YouTube,Website,Facebook nu hordofaa jenna.

Oromo Diaspora Media-ODM

 

Share this on: