Marii Haala Yeroo Oromoo fi Oromiyaa

ODM Kutaa 100ffaa Haala yeroo Oromoo fi Oromiyaarratti keessummoota ODM waliin turtii taasifne. Keessummoonni keenyas Muusaa Daawud, Caalaa Haayiluu fi Yaaddechaa Gurmuu dha. Haala amma jirru keessatti Oromoon biyya keessas tahe biyyoota adda addaa keessa jiran maal gochuu qabu fi kanneen biroo irratti dubbanna.

 

Share this on: