Marii Sirna Awwaalchaa Hacaaluu Hundeessaa

Qophii addaa keenya guyyaa hardhaan Sirni Awwaalcha Haacaaluu Hundeessaa yeroo amma kana magaalaa Ambootti gaggeeffama jira.

Haceen Oromoodhaaf nama seenaati. Reeffi isaa Finfinneetti awwaalamu qaba. Murtoon mootummaan kun aangoo isaatti dhimma bahudhaan raawwachaatti jiru kun dogongora seenaa guddaadha. Maatiin isaa yaada awwaalchisaa Amboo jedhu kana hin fudhanne. Isaan yaada sabni Oromoo jedherratti waliif galu. Mootummaa isaanii dirqisiise!

Hanga Haacaaluun Finfinneetti awwaalamutti qabsoon keenya biyya keessa fi biyyoota alatti itti fufa!

 

Share this on: