Marii Waa’ee Ajjeefamuu Hacaaluu Hundeessa

Qophii addaa keenya guyyaa hardhaan dhimma ajjeechaa Weellisaa Oromoo Haacaaluu Hundeessaa irratti gaggeeffamarratti xiyyeeffanna.

Yaada namoota kallattii bilbila fi viidiyoodhaan kallattiidhaan ni keessummeessina.

Lakkoofsa bilbla +1-202-4157560

Share this on: