You can help advance equity among Oromos living in Diaspora. Click HERE to donate.

Qabsoo Oromoo fi WBO

Qophii keenya kana keessatti marii Aadde Saamiyaa Usmaan, Obbo Lamuu Mootii fi Obbo Raggaasaa Oljirraa waliin taasisne.
Keessummootni keenya akka jedhanitti, Oromoon bilisummaa isaa dhugaa dhugoomsuuf WBO Waliin fuulduratti deemuu qaba jedhu.

Bal’ina isaaf video armaan gadii daawwadhaa.

Share this on: