Lola Giddu Gala Bahaa iIaalchisuun qophii addaa @Oromo Diaspora Media(ODM) irratti dhiyaatedha!Dhimma kana fi kanneen biroo argachuuf Local TV channel 16 dabalatee marsaalee hawaasummaa keenya kanneen akka Facebook YouTube, tikTok, Instagram hordofuu akka hin daganne!