Yaada Daawwattoota

ODM Kutaa 102ffaa Duula ilmaan Oromoo fi rakkoo Oromiyaa keessatti mudachatti jirudhaaf furmaanni maaal osoo tahe gaariidha? Oromoon biyya keessas tahe biyyoota adda addaa keessatti tokkummaa keessan jabeessudhaan akkamitti lammii fi biyya keessaniif falmuu dandeessuu? dandeenya laataa? Kaayyoo fi abjuu abbootii keessaniif dalagun baayyee gaariidha.Qophii keenya gama Raadiyooodhaan hordofuu warreen barbaaddan immoo lakkoofsa +1518-906-1784 bilisaan bilbiludhaan nu hordofuu dandeessu. Warreen iddoo biroo immoo gama YouTube,Webiste, Facebook fi marsaalee hawaasummaa biroon nu hordofuu dandeessu.

Share this on: