Talaalliin Vaayiraasii Koronaa(COVID-19) gosoota COVID-19 haaraa kamiyyuu to’achuu keessatti gahe guddaa qaba jedhame!

Talaalliin Vaayiraasii Koronaa(COVID-19) gosoota COVID-19 haaraa kamiyyuu to’achuu keessatti gahe guddaa kan qaba tahu ogeessi fayyaa Dr. Ibraahim Elemoo af-gaaffii Miidiyaa Diyaaspooraa irratti dubbatan.Guutummaa qabiyyee af-gaaffii isaanii marsariitii Facebook ODM irraa argattu!Daawwadhaa!Warreen Oromiyaa addaatti talaallii keessan illee fudhachudhaan  dabalataan $100 badhaafama!Namoonni carraa talaallii argattan hundi keessaniyyuu fudhachuu qabdus jedhaniiru! https://www.facebook.com/MiidiyaaDiyaaspooraaOromooODM/videos/525702865211870

Odeeeffannoo marsaalee hawaasummaa irratti Daarikteerri OMN duraanii Obbo Girmaa Guutamaa waraana Bilisummaa Oromootti dabalamaniiru jedhurratti Dr. Ibraahim wan jedhan qabu!Waraana Oromoo WBO’n kan yeroo kamirrayyuu amma tumsamu akka qabu illee ni hubachiisu!  

Share this on: