ODM Bishaan dhugaatii USA-MN Magaalaa Miniyaapoolis-Minneapolis Tap water-Ambassador
Bishaan dhugaatii USA-MN Magaalaa Miniyaapoolis adeemsa akkamii keessa darbee uummataaf dhiyaata?
Bishaan dhugaatii Minisootaa Magaalaa Miniyaapoolis adeemsa akkamii keessa darbee uummataaf dhiyaata? Hoogganaan Qulqullina Bishaan Magaalaa Miniyaapoolis, George Kraynick, adeemsa qulqulleessa bishaanii sadarkaa sadarkaadhaan Oromo Diaspora Media(ODM)f ibseera. Guutuu isaa marsariitii kana irratti argattu!
