DiasporaEntertainmentLatestOromo & OromiaTOP STORIES Ayyaana Irreechaa MN–Fulbaana 19, 2026 September 21, 2026 Admin Ayyaanni Irreechaa MN guyyaa hardhaa haala addaan kabajame!Dhiyootti ODM irratti argattu. https://www.youtube.com/watch?v=22K-_i_s7yA&t=1s Sagantaa kana milkeessuu keessatti shorri Koree qindeessituu fi jaarmiyaalee Minnesota Humanities Center https://www.mnhum.org/who-we-are/ akkasumas City of Minneapolis ol’aanaadha. Guutuu Ayyaana Irreechaa MN magaalaa Miniyaapoolis Fulbaana 19, 2026 Powderhorn Parkitti gaggeeffame yeroo dhiyootti YouTube ODM irratti argattu. Share this on: