Waggaa 20ffaa Dhaabbata Sub-Saharan

Sirni Hundeeffama Waggaa 20ffaa Dhaabbata Sub-Saharan African youth and Family Services in Minnesota magaalaa Lakkuutti gaggeeffame.Sagantaa kanarratti namoonni baayyeen argamaniiru.Guutummaa sagantaa kana marsariiitii kana irraa argachuu dandeessu. https://www.youtube.com/watch?v=IaANo9FuOiU

Share this on: