City of Minneapolis-Minnesota Camera use
Biyya Ameerikaa Kutaa Bulchiinsa Minisootaatti Magaalaan Minneapolis tajaajila Kaameeraa Sochii Konkolaataa suuraa kaasuutti dhimma bahuf akka jirtu ibsi miidiyaaleef kenname.Faayidaa kaameeraan kun qabu ariitiidhaan konkolachiisuun miidhaa lubbuu namoota irratti gahu hambisuu keessatti shora ol’aanaa kan qabu tahun ille ibsame jira.Guutuu sagantaa kana Oromo Diaspora Media (ODM)iddoo kanatti argamudhaan waan qindeesse qaba.Dhimma kanarratti ogeessa waliin yeroo dhiyootti Oromo Diaspora Media irratti turtii ni taasifna! Minneapolis flips the switch on City’s first-ever traffic safety cameras
https://www.youtube.com/watch?v=qwI-UH6Lnm0&t=139s
https://www.youtube.com/watch?v=qwI-UH6Lnm0&t=139s
