Af-gaaffii Luba Fiqiruu Itichaa, ogeessa Fayyaa waliin dhimmoota Fayyaa irratti taasifnedha
Af-gaaffii Luba Fiqiruu Itichaa, ogeessa Fayyaa waliin dhimmoota Afaan, Aadaa, Fayyaa Sammuu fi Al-Madaalli Fayyaa fi kanneen biroo irratti taasifnedha. Dhimma kanarratti deeggarsa kanneen barbaaddan jaarmiyaalee kanneen akka Department of Human Services(DHS), Waldaa Hawaasa Oromoo(OCM), Minnesota Department of Health(MDH), City and County
