Ilmaan Nafxanyaa Duula Oromoo irratti Raawwachaa Jiran

ODM Kutaa 101 ffaa Ilmaan Nafxanyoota duulli isaanii waan Oromoorratti raawwachaa jiran akka malee jabaatee jira. Oromoon biyya keessas tahe biyyoota adda addaa tokkummaa kee jabeessi kaayyoo fi abjuu abbootii keenyaf dalagi.

Share this on: