COVID-19 Updates June 8, 2020
Itoophiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 136 irratti COVID-19 argame. Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa 4775 gaggeeffamuu Ministeerri Fayyaa
Read MoreOromo Diaspora Media
Itoophiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 136 irratti COVID-19 argame. Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa 4775 gaggeeffamuu Ministeerri Fayyaa
Read More#BlackLivesMatter MN Protest MAY 27 white police killed black man/Mormii POLICE Magaalaa Lakkuu, MN
Read MoreGorsa Dr. Masfin Ittaanaa Abdiisaa waa’ee Koronaa COVID-19 kennaan hordofaa.
Read MoreDhibeen yaaddessaa addunyaa tahe Covid-19 erga gara addunyaa kanaatti dhufee ji’a shanii fi torbaan lama lakkoofsiseera. Dhibeen kun biyya chaayinaa
Read MoreCovid-19 itti fayyadama robootota dhala namaa bakka akka bu’aniifi ni saffisiisaa laata? Akkuma weerarri kun addunyaa rakkisaa jirutti namni waa’ee
Read MoreGuugil icciitii dhuunfaa hordofuusaatiif himannaan $5bn irratti baname Googil icciitii dhuunfaa fayyadamtootaa soquun mirga isaanii sarbuun Ameerikaatti himatameera. Fayyadamtoonni intarneetii
Read MoreDoonaald Tiraamp: ‘Abrahaam Liinkanitti aansee guraachotaaf oolmaa guddaa kan oole ana’ Abrahaam Liinkanitti aansee gurraachota Ameerikaaf waan gaarii kan dalage
Read MoreAjjeechaa Jooj Filooyid: ‘Tiraamp addaa nu qoqqooduu barbaada’ jedhan Jeems Maatis Hogganaan duraanii waraana Ameerikaa Tiraamp addaan qodamiinsa gidduu uummataatti
Read MoreTaajjabbii koo: Afriikaarraa deemtee US jiraachuun maal fakkaata? Ameerikaan ajjeechaa poolisiin lammii gurraacha Joorji Filooyid irratti raawwateen yeroo mormiidhaan waxalamaa
Read MoreDhaabbanni maayikroosofti gaazexessitoota kontiraataa marsariitii isaa MSN irra sirnawwan hojii salphisaniin odeessaalee filataa hojjatan hedduu roobotiidhaan bakka buusuuf akka jiru
Read More