Jimmatti waan samiirraa tibbana bu’e qoratamuufi
Godina Jimmaatti wanti samiirraa bu’ee argame akka qoratamuuf Yuunivarsitii Jimmaa garee ogeeyyii ijaare Wanti qaama saalaa dhiira ykn Bokkuu fakkaatu
Read MoreOromo Diaspora Media
Godina Jimmaatti wanti samiirraa bu’ee argame akka qoratamuuf Yuunivarsitii Jimmaa garee ogeeyyii ijaare Wanti qaama saalaa dhiira ykn Bokkuu fakkaatu
Read MoreJaarmiyaa hawwaasa Oromoo isa guddaa kan ta’e Waldaan Maccaa Tuulamaa hundeeffama isaa waggaa 60ffaa kabajate Seenaa qabsoo bilisummaa Oromoo fi
Read MoreWaraanni Bilisummaa Oromoo uggura barataa keessaa harka akka hin qabne, gochoonni akkanaa kan qaama mootummaa ta’uu ibse ODM: Adooleessa 12,2024
Read MorePeresedaantiin Somaaliyaa daawwannaaf gara magaalaa Asmaraa deemuu miidiyaaleen gabaasaa jira. Jaalalli gaggabsaan jibba gaggabsaa fida akkuma Oromoon jedhu, bulchiinsa Itoophiyaa
Read MoreArsii Bahaa aanaa Sirkaatti deggartoota WBO jedhamuun manaaf midhaan uummataa gubachuu dhagaa’ame. Oromiyaa keessatti qonnaan bulaan Oromoo gadadoo waraanaa keessummeessuun
Read MoreKibba Oromiyaa Booranatti hoomaan awwaannisaa mul’achuun yaaddoo uume. ODM: Adooleessa 8,2024 Hoomaan Awwaannisaa kibba Oromiyaa godina Booranaatti mul’achuun yaaddoo uumaa
Read MoreSiidaan mootii Leeqaa Naqamtee durii Kumsaa Morodaa magaalaa Naqamteetti eebbifamuu wal qabatee yaadonni mormiif deggarsaa dhagaa’aman Kumsaa Morodaaf siidaan magaalaa
Read More