“Qaala’insi hammaate, Zakiyoos haa bu’u” dargaggoota Keeniyaa
Dargaggoonni Keeniyaa Mormii isaanii cimsanii itti fufan! Dhimma qixinee Gibiraa Keeniyaatti mormii dhalche sadarkaa Wiiliyaam Ruutoo aangoorraa gaggeessuutti adeemaa jira.
Read MoreOromo Diaspora Media
Dargaggoonni Keeniyaa Mormii isaanii cimsanii itti fufan! Dhimma qixinee Gibiraa Keeniyaatti mormii dhalche sadarkaa Wiiliyaam Ruutoo aangoorraa gaggeessuutti adeemaa jira.
Read MoreIlfinash Qannoo tibbana badhaasa Hacaaluu Hundeessaa marsaa 3ffaa irratti badhaasa umurii guutuun injifachuu eerameera. ODM: Adoolessa 2,2024 Tibbana sirni badhaasa
Read MoreJaarsummaan Somaaliyaa fi Itoophiyaa gidduu ta’amaa ture beellamaan adda bahamuu gabaafame. Erga baatii Amajjii dhimmi waliigaltee ulaa galaanaa Somaalilaand fi
Read MoreOgeessa Saayiberii beekamaa kan ta’e Julian Assange hidhaarraa hiikame ODM: Waxabajji 27,2024 Gama Teknoloojii Saayibariin icciitiiwwan biyyootaa hedduuf dhaabbilee hatuun
Read MoreOgeessa Saayiberii beekamaa kan ta’e Julian Assange hidhaarraa hiikame ODM: Waxabajji 27,2024 Gama Teknoloojii Saayibariin icciitiiwwan biyyootaa hedduuf dhaabbilee hatuun
Read MoreODM: Waxabajji 27,2024 Lammiileen Itoophiyaa hedduun jireenya ofii jijjiiruuf akkasuma rakkoowwan nageenyaan wal qabatee baqaaf saaxilamuun gara biyya Saudi Arabiyaa
Read MoreHimatni Somaaliyaa bu’uura hin qabu jechuun Itoophiyaan deebii kennite. Tibbana loltoota seeraan ala daangaakoo seensiste jechuun Somaaliyaan dhaabbata Mootummoota gamtoomanii
Read MoreWaqeeffattootni Oromoo ganamaa Godina Harargee Bahaa Baabbileetti hedduun isaanii hidhamuu himame ODM: Waxabajji 26,2024 Dhiibbaan gama mootummaan irra gahaa ture
Read MoreMormitootni Keeniyaatti miseensota Paarlaamaa lafa lixaa dhowwuun gamoo Paarlaamaa biyyattii gar-tokkoos abiddaan guban. Keeniyaattii dhimma Gibiraan wal qabatee mormiin mootummaa
Read More