Oromo Diaspora Media
News
Peresedaantiin Somaaliyaa daawwannaaf gara magaalaa Asmaraa deemuu miidiyaaleen gabaasaa jira. Jaalalli gaggabsaan jibba gaggabsaa fida akkuma Oromoon jedhu, bulchiinsa Itoophiyaa
Read MoreArsii Bahaa aanaa Sirkaatti deggartoota WBO jedhamuun manaaf midhaan uummataa gubachuu dhagaa’ame. Oromiyaa keessatti qonnaan bulaan Oromoo gadadoo waraanaa keessummeessuun
Read MoreKibba Oromiyaa Booranatti hoomaan awwaannisaa mul’achuun yaaddoo uume. ODM: Adooleessa 8,2024 Hoomaan Awwaannisaa kibba Oromiyaa godina Booranaatti mul’achuun yaaddoo uumaa
Read MoreSiidaan mootii Leeqaa Naqamtee durii Kumsaa Morodaa magaalaa Naqamteetti eebbifamuu wal qabatee yaadonni mormiif deggarsaa dhagaa’aman Kumsaa Morodaaf siidaan magaalaa
Read MoreItoophiyaan dhibdee jiru mariin furuuf fedhii hin qabdu jechuun Peresedaantiin Somaaliyaa himan. ODM: Adoolessa 8,2024 Gaanfa Afrikaatti biyyoota ollaa walii
Read MoreWallagga Bahaa aanaa Limmuutti daldala Oromoo manaa baasanii ajjeesan Waraanni mootummaa halkan edaa Wallagga Bahaa aanaa Limmuu magaalaa Galiilaa keessatti
Read MoreWalga’ii mana maree bakka bu’oota uummataa irratti MM Abiy Ahemad fonqolchi narratti yaalamaa jira jechuun dubbate. Tibbana manni maree Bakka
Read MoreGuyyaa har’aa magaalaa Dirree Dhawaatti balaan abiddaa guddaan dhaqqabuu himame. Guyyaa har’aa ganama Magaalaa Dirree Dhawaa giddu gala daldalaa
Read More