SAYFSM——Health Disparities HIV/AIDS–Commercial Tobacco
Dhaamsi kun ilmaan Oromo Diasporaf jaarmiyaa Sub-Saharan African Youth and Family Services in MN(SAYFSM)irraa kan isiniif dhiyaatedha!Namoonni waan jaarmiyaan kun dalagaurratti deeggarsa barbaaddan lakkoofsa 📞☎️📲(651) 644-3983 kanarratti dubbisuu dandeessu.📍📌🔐Teessoon isaanii 2395 University Ave W #200, St Paul, MN 55114
https://youtu.be/yYYxbcXipYs?si=wtzuFOhZKg1b70SK
